Overview

Removed
Rating:
5.00
(1)
Version:
2.0
Last updated: 2022-02-22

Features & Capabilities

Karaa salpaan zakaa keessan herreguu yoo barbaaddan, appilikeeshinii ‘Herrega Zakaa’ kana fayyadamuu dandeysu.

Zakaan dirqama nama muslimaa kan qabeenyi isaa gatii Dahaba (Gold) giraama 85 gahu qabu hundaati.

Bu’aan appilikeeshinii kana fayyadamuun argachuu dandeysan: - Maallaqa qabdurraa zakaaf meeqa baasuu akka qabdu beekuuf - Dahaba (Ziqaya) fi Meeta (Qarshii) qabdurraa zakaaf meeqa baasuu akka qabdu beekuufi - Barnoota garaa garaa kan zakaan walqabate karaa salpaatti barachuufi.

Appilikeeshinii ‘Herrega Zakaa’ kan qoppeyse dhaabbata Milkii Boruu zakaan walqabatee barnoota (gaafii fi deebisaa) kan qoppeyse Sh Asaboot (Mahammad Ali).

User Growth & Download Statistics

App
By:
OSAMA MOHAMMED ALI
Rating:
5.00
(1)
Version:
2.0 Last updated: 2022-02-22
Version code:
847301496
Creation date:
2022-02-18
Compatible devices:
Size:
7.62MB
URLs:
Privacy policy
Full description:
See detailed description
Source:
Apple Apps Store
Data ingested on:
2026-07-27
Compare stats and ranking:

Contact the developer

Chrome-Stats does not own this Apple app. Please use these information below to contact the Apple app developer.
Developed by:
OSAMA MOHAMMED ALI
Apple Apps Store
https://apps.apple.com/us/app/herrega-zakaa/id1608591897

Best Herrega Zakaa Alternatives

Here are some Apple apps that are similar to Herrega Zakaa: