Features & Capabilities

Macaafa Qulqulluu

Onesmus Nesib namni biyya Oromoo bar 1899ti Macaafa Qulqulluu afaan Oromootti hiikee maxxansiisuudhaan saba Oromootiin ga’ee sabni keenya sagalee Waaqayyoo afaan isaatiin akka inni dubbiffatu godhe. Waggaa 120 booda, bara digitalaa (Digital Age) jedhamuundhaan kan beekamu jaarraa 21ffaa keessa akka itti ilmaan namootaa waa dubbifatan geeddaramaa dhufe. Har’a namni baayyeen waa dubbisuudhaaf meeshaa harkatti baatamu (Mobile device)tti fayyadama. Kana hubannaa keessa galchuudhaan karaa Tokkumma Woldootii Oromoo Warra Wangeelaa Awurooppaa Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo kana dubbisoota jaarraa 21ffaaf yeroo dhiheessinu gammachuu guddaatu nutti dhaga’ama; dubbistanii akka itti eebbifamtanis abdii qabna!

L.Dr. Tasgara Hirpo Robsan Mako

Developed by Waktola Merdassa waktolam@gmail.com Amajji, 2020

User Growth & Download Statistics

App
By:
Robsan Mako
Rating:
4.80
(15)
Version:
2.0 Last updated: 2020-06-04
Version code:
836269229
Creation date:
2020-01-17
Compatible devices:
Size:
76.14MB
URLs:
Privacy policy
Full description:
See detailed description
Source:
Apple Apps Store
Data ingested on:
2026-06-07
Compare stats and ranking:

Ranking

Contact the developer

Chrome-Stats does not own this Apple app. Please use these information below to contact the Apple app developer.
Developed by:
Robsan Mako
Apple Apps Store
https://apps.apple.com/us/app/macaafa-qulqulluu-afaan-oromoo/id1495156683

User Reviews

I was not easy to get Afaan oromo bible especially on Iphone you guys made it easy thank you so much God bless you
by To*****, 2025-04-26

Love it everything about this app
by ej*****, 2025-01-16
View all user reviews ›

Best Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo Alternatives

Here are some Apple apps that are similar to Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo: