# Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

> Books

Canonical page: [https://chrome-stats.com/d/id1495156683](https://chrome-stats.com/d/id1495156683)

## Overview

- **ID:** `id1495156683`
- **Platform:** Apple
- **Type:** Apple app
- **Status:** Available
- **Publisher:** Robsan Mako
- **Category:** Books
- **Rating:** 4.80 / 5 (17 ratings)
- **Version:** 2.0
- **Last updated:** 2020-06-04
- **First published:** 2020-01-17
- **Size:** 76 MB
- **Data as of:** 2026-09-06
- **Store listing:** [Apple App Store](https://apps.apple.com/us/app/macaafa-qulqulluu-afaan-oromoo/id1495156683)
- **Privacy policy:** [https://www.iubenda.com/privacy-policy/77187257](https://www.iubenda.com/privacy-policy/77187257)

## Description

Macaafa Qulqulluu

Onesmus Nesib namni biyya Oromoo bar 1899ti Macaafa Qulqulluu afaan Oromootti hiikee maxxansiisuudhaan saba Oromootiin ga’ee sabni keenya sagalee Waaqayyoo afaan isaatiin akka inni dubbiffatu godhe. Waggaa 120 booda, bara digitalaa (Digital Age) jedhamuundhaan kan beekamu jaarraa 21ffaa keessa akka itti ilmaan namootaa waa dubbifatan geeddaramaa dhufe. Har’a namni baayyeen waa dubbisuudhaaf meeshaa harkatti baatamu (Mobile device)tti fayyadama. Kana hubannaa keessa galchuudhaan karaa Tokkumma Woldootii Oromoo Warra Wangeelaa Awurooppaa Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo kana dubbisoota jaarraa 21ffaaf yeroo dhiheessinu gammachuu guddaatu nutti dhaga’ama; dubbistanii akka itti eebbifamtanis abdii qabna!

L.Dr. Tasgara Hirpo
Robsan Mako
 
Developed by Waktola Merdassa
waktolam@gmail.com
Amajji, 2020

## Rankings

- #260,308 — Overall

## Similar extensions and apps

- [Macaafa Qulqulluu +](https://chrome-stats.com/d/id6771792774)
- [dot.Bible Afaan Oromoo](https://chrome-stats.com/d/id6753315995)
- [Galmee Amantaa (Afaan Oromoo)](https://chrome-stats.com/d/id1631689431)
- [Amharic Bible +](https://chrome-stats.com/d/id6774485388)
- [Oromo Book](https://chrome-stats.com/d/id6739836222)
- [Kitaabka Quduuska Ah (Audio)](https://chrome-stats.com/d/id1173322165)
- [Utubaa Amantaa](https://chrome-stats.com/d/id1490688474)
- [TTB Afaan Oromoo: Qo'annoo](https://chrome-stats.com/d/id6751650578)
- [Mezgebe Hiwot](https://chrome-stats.com/d/id1541001866) — 3.60 / 5
- [Senay Audiobooks](https://chrome-stats.com/d/id6470218266) — 4.20 / 5
- [Dhahaa: Oromo Calendar](https://chrome-stats.com/d/id6782673596) — 5.00 / 5
- [Quran Somali & English](https://chrome-stats.com/d/id1589231115) — 4.20 / 5

---

Source: [Chrome-Stats](https://chrome-stats.com/d/id1495156683)
